
Dubbisuun mallattoo qubeewwan ykn jechoota barreeffaman ilaaluu qofa osoo hin taane, sammuun ergaa sana xiinxalee muuxannoo duraan qabu waliin walqabsiisee hiika itti laachuudha. Akka hayyootaatti:
Dubbisaan beekumsaafi muuxannoo duraan qabuun gargaaramee wanta dubbisu tilmaamaa (guessing) hiika argachuuf oliirraa gara gadiitti deema. dandeettii dubbisuu pdf
Dandeettii dubbisuu guddisuuf hojjii armaan gadii raawwachuu danda’a: dandeettii dubbisuu pdf